Deuteronomy 15:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo yo tisseeni teesani isanifi worra keesani ch'ufale jaalatte, anini isani biraa indeemu jette.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Inni garuu si'ii fi maatii kee waan jaalateef si biratti wonti mishaan waan isaa ta'eef ani si biraa bawuu hin barbaadu yoo jedhe,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Garbichi keeti sun ammoo, si bira tee'iisi waan isatti toleef, si'ii fi maatii teeti waan jaalateef, «Ani si biraa hin deemu» yoo siin jedhe,