Deuteronomy 15:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja tisse galakiftani hamtu iraa inargina; wonti akanatiifi isiini ganna jaa hori male isanii hojatte. Wonti isani kennitaniifi liqimsa ch'alla. Waan kana tolcha duuba AABBO Waaqi keesani waan isani tolchitani ch'ufa keesa isani eebisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa isaan uf biraa geegessitu hin gaabbin; waan isaan woggaa jahaa guutuu sii hojjataniiraniif gayee isaanii kenniifii isaan geegessi; Rabbi Waandhi kee hujii hojjattu maraa sii eebbisaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa bilisa isa baattu, tajaajilaan qaxarame tokko woggaa jaa ka sii huju caalaa dachaa lama, waan sii hujeef, isa bilisa baasuun sitti hin ulfaatin. Ati tana godhi; Mootiin Waan Maraa Waaqi keeti waan ati gootu maraan si hin eebbisa.