Deuteronomy 15:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan hanch'afa ka loonifi reeni goroomuma d'alte Waaqa keesani olkaya. Looni Waaqa olkeetani suni hujiini inhojatina. Reele dabassa ira inhaadiina.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Waan hoolaanii fi saani kee dhalu kormaa Rabbii Waaqa keetii woyyoomsita; sangaa dura dhalateen womaa hin hojjatin; ka hoolaan goromummaa dhaltee Rabbii kennite rifeensa isaa hin haadin;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Loon keeti keessaa jiboota, hoole'ee fi re'ee teeti keessaa korbeeyyii qara dhalatanu, Mootii Waan Maraa Waaqa keetiif adda baasi. Jiboota qara dhalatteen hin qotin; korbeeyyii hoole'ee ta qara dhalatte rifeensa irraa hin murin.