Deuteronomy 15:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aki isani lakiftani akana: Nami gosa ufi gati kenneefi ha gati suni lakisufi inni beese suni ira infud'atini; AABBO Waaqati gati suni lakisise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Seerri dhiifamsaa kana; ka liqeesse maruu waan goshoo ufiititti liqeesse hin dhiisaaf; Rabbi waan araara labseef waan liqeesse san goshoo ufii yookaan obboleessa ufii irra hin soqin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akki ati liqaa namaaf lakkittu asii gad jira; Mootiin Waan Maraa liqaan akka namaaf lakkifamu waan lasseeruuf, nami liqeessu marti, obboleessa ifii nama Israa'eliitiif liqaa liqeesse isaaf lakkisuu ti.