Deuteronomy 15:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hori akana kana worrumati nyaad'a. Nami qulqulloofi ka qulqullo intahininleeni, akuma hiddifi saala nyaattani ha nyaatuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
horii akkanaa kanniin manuma keessanitti nyaattan; namni qulqulluunii fi ka qulqulluu hin taanellee'e akkuma gadamsinii fi kurupheen nyaattamanitti horii kanniin nyaattan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Horii akkasii kana qachuma keessan keessatti akkuma buddanne'ee yookiin akkuma gadansaa nyaatuu hin dandeettan. Akka aadaa dhugeeffanna'aatitti nami qulqulluu te'e yookiin ka qulqulluu hin te'inille nyaatuu hin dande'a.