Deuteronomy 15:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi keesani lafa inni isani kennu keesati isani eebisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Lafa Rabbi Waandhi kee akka dhaaltuuf sii kenne irratti dhugamaan si eebbisa; ati yoo jecha Rabbii Waaqa keetii dhageette, jecha ani adha si ajaju kana maraa yoo eedde isin jidduu hiyyeessi hin jiraatu;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Te'uu malee, lafa Mootiin Waan Maraa Waaqi keeti akka ati dhaaltuuf, sii kennu keessatti, guddoo waan si eebbisuuf, odduu teeti hiyyeessi hin jiraatu.