Deuteronomy 15:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi akuma inni isaniti kakhate isanii eebisa. Isani gosa heddu gati kennitani ammo gosa tokole gati iraa infud'atani; isani gosa heddu mohatani, ammo isani gochiti tokoleeni isani imohatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
akkuma Rabbi Waandhi kee abdii sii kenne inni si eebbisa; banii maraa liqeessita; ati garuu hin liqeeffattu; orma heddu bulchita; si garuu hin bulchan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Waaqi keeti akkuma waadaa sii gale waan si eebbisuuf, ati gosa biyya adda addaa heddu'uuf hin liqeessita malee, eennu irralle'ee hin liqeeffattu. Ati gosa biyya adda addaa hedduu hin bulchita malee, eennulle si hin bulchu.