Deuteronomy 15:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo dira lafa taatefu, ka AABBO Waaqi keesani isanii kennu tana keesa, gosa teesani keesaa deegi jiraate, garaa jabaatani, ufo taatani, qarqaaru indidina.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Biyya Rabbi Waandhi kee sii kenne keessa worra jiraatan keessaa, obboleewwan tee keessaa, tokko yoo hiyyoome inni worra kee waan ta'eef isa gargaaru'uuf lash hin jedhin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Obboleessi keeti Israa'elichi qachoota lafa Mootiin Waan Maraa Waaqi keeti sii kennu keessa worra le'anu keessaa nami tokko hiyyeessa yoo te'e, inni obboleessa keeti waan te'eef, gadhaa itti jabaattee, isa qarqaaruu hin didin.