Deuteronomy 15:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo arja taha, haga inni fed'u gati kennaafi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isa gargaaru'uuf harka keessan badhisa'aatii waan inni barbaadu liqeessa'aafii'i.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaa mannaa, arjoomiitii haga isaaf barbaachisu mara liqeessiif.