Deuteronomy 16:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jia Abibu qaabad'a, jila Pasaka jed'ani AABBO Waaqa keesani tolcha; wonti akanatiifi halkani toko, jia suni keesa, inni lafa Misiri keesaa isani baase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Jiini Abiibii ka Rabbi Waandhi kee halkaniin biyya Misiriitii itti si baase waan ta'eef ji'a Abiibii kana eegi; Rabbii Waaqa keetiif ayyaana faasika'aa itti ayyaanteffadhu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Waaqi keeti ji'a «Abiib» jedhamu halkaniin biyya Gibxi'ii keessaa waan si baaseef, ji'a kana keessa Mootii Waan Maraa keetiif Jila Irra Dabaramaa jilifadhu.