Deuteronomy 16:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani aka gaafa duri lafa Misiriti tisse taatani qaabattani, seera kana guutu maltani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Atillee biyya Misiriititti garbicha akka turte yaadadhuutii seera kana eegii raawwadhu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Atille dur biyya Gibxi'ii keessatti garba akka teete qaabadhu; seerata kana akka dansaa eegadhu.