Deuteronomy 16:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dira AABBO Waaqi keesani isani kenne ch'ufa keesati, jaallabafi jaarole dubbi qortu tolfad'a. Worri kunini ha d'uga gula dubbi qore muruti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Biyya Rabbi Waandhi kee sii kennetti bulchoonni gosaa maruu akka gosa keetiitiin abbootii murti'iitii fi bulchoota muudi; isaan bani'iif murtee qajeelaa haa murteessanii;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qachoota Mootiin Waan Maraa Waaqi keeti sii kennu mara keessatti akkuma gosa gosa teetiititti, abbootii mura'aatii fi bulchitoota fili. Isaan adoo wol hin caalchisin kolba'aaf muraa kennuu qaban.