Deuteronomy 16:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja fulla AABBO Waaqa iti kad'attani mid'aafattani, akheekha mukha ka waaqa Ashera jed'ani bira ind'aabiina.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Hulee ciinca'aa ka ati Rabbii Waaqa keetii hojjattu biratti muka waaqeffatan kamiinillee hin dhaabin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Addee ciinca'aa ta Mootii Waan Maraa Waaqa keetii biratti utubaa waaqa dharaa ta «Asheeraa» jedhantuu hin dhaabin.