Deuteronomy 16:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
D'akha woyyuma olind'aad'abiina, AABBO Waaqii waan suni guddo jibba.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Utubaa dhaga'aa ka Rabbi Waandhi kee jibbu ufiif hin dhaabatin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Utuboota dhaka'aa ka Mootiin Waan Maraa Waaqi keeti jibbulle hin dhaabin.