Deuteronomy 16:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Haga guyya torba, mana keesani keesa, nama tokole bukho irati inargini, ammalle fooni hori halkani qara suni qalani imbulchina, halkanuma suni fit'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haga guyyaa torbaa biyya kee marattuu raacitiin hin argamin; foon guyyaa jalqabaa ciincaye haga boruutitti hin bulin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa torba san keessatti lafa teeti mara keessatti uukoon hin dhaggamin. Foon ati guyyaa qaraa galgala ciincaa dhikeessite halkan san irraa hafee haga ganamaatitti hin turin.