Deuteronomy 17:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dubbi worra fud'ad'a, gula deema, diqole mirgaafi bita iraa ingorina.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Atillee seera isaan si barsiisanii fi murtii isaan sitti himan irraa bita'aa fi mirga hin gorin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka seera isaan barsiisanee fi murtee isaan kennanetti hujadhu malee, isii irraa gara middaatitti yookiin gara bita'aatitti hin gorin.