Deuteronomy 17:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi isani lafa AABBO Waaqi keesani isani kennu fud'attani iti qubattani, nu hayyu aka gosa d'ibi feena jettani,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Hennaa biyya Rabbi Waandhi kee sii kennetti galtee dhaalteen maayessa; hennaa isii keessa jiraattu akkuma orma naannoo kiyya jiruu mootii uf irratti moosisuu yoo barbaadde,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Lafa Mootiin Waan Maraa Waaqi keeti sii kennu dhaaltee, achi keessa qubatteen duuba, «Ani akkuma gosa biyya adda addaa ta adaala kiyyaa mootii hin mootonfadha» yoo jette,