Deuteronomy 17:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni farda heddu inqabaatiini, yokhaani namale lafa Misiriti erge farda imbitatiini; wonti akanatiifi AABBO Waaqi qara, deebitani, achi ind'aqina ya isaniini jed'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootiin sunillee duula ufiitii fi nama faradoo baay'ee qabu hin ta'in; faradoollee bitu'uuf nama nama gara biyya Misirii ergu hin ta'in; Rabbi banii ufii akka achi hin deebine waan ajajeeruuf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi sun fardoo bacaa hin horatin; Mootiin Waan Maraa, «Karaa kanaan lammeessoo hin deebi'ina'a» waan jedheeruuf, akka kolbaan fardoo bacaa horatiisaaf gara biyya Gibxi'ii dhaxxu hin godhin.