Deuteronomy 17:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja inni hayyu tahe, inni ha seera AABBO Waaqa, ka kitaaba qaaloleeni Lawi harkaa qabdu, keesa jiru, kitaaba d'ibiti t'aafuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa mootii ta'ee teessoo irra taa'e seera kana gadoota, Leewwota irraa fuudhee kitaaba ufii keessatti haa katabuu;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni barcumaa mootummaa ifii irra yennaa tee'u, kitaaba Lewwoota hayyoota bira jiru ka seerri Waaqaa irratti barreeffameeru kana irraa barreeffatee, woraabbii tokko qabaatuu ti.