Deuteronomy 17:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo isani keesa, yokhaani dira keesani ka AABBO Waaqi isanii kenne keesa, nami d'iiratifi ka uwale, taanaani ka AABBO Waaqa durati daba tolche jiraate, ka ammalle waaqa d'ibi, yokhaani adu yokhaani jia yokhaani urji, ka anini qara seere, hojatte kad'ate akasiini wold'aqisa isaa ch'abse.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Biyya Rabbi Waandhi kee sii kenne keessatti dhiira yoo ta'e dubartii namni Rabbiin afo'otti Waadaa diigee Rabbiin afo'otti yoo waan badaa hojjate,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qachoota Mootiin Waan Maraa Waaqi keeti sii kennu keessatti dhiirti yookiin dubartiin odduu teessanitti, fuula Mootii Waan Maraa Waaqa keetii duratti waan hantuu hujanee Gondooroo isaa yoo diiganee,