Deuteronomy 17:20 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tunini herega hegeri inni waan nama d'ibi iraani jiru ufi sehu keesati ijeefte ammalle seera Waaqale ch'absu d'owarti. Duuba inni ganna heddu huji suni keesa tae, ilmaani isaaleeni haga d'aloota hedduu worra Israeli fiddi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Obboleeyyan ifii Israa'eloota irratti akka inni hin koorre, Israa'el keessatti mootummaan isaatii fi ijoolleen isaa bara dheeraa akka jiraatanu, ajaja Waaqaa irraa gara middaa yookiin gara bita'aa akka inni hin gorre isa eega.