Deuteronomy 17:3 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
ka deemee waaqa tolfamaa biraa waaqeffate, ka waan ani isaan hin ajanye aduu, addeessaa fi duula Sami'ii maraa sagadee yoo argame waan kana dhufanii sitti himanii yoo dhageette,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
waan ani isaan dhoogge waaqota dhibii tajaajilanee yoo isaan waaqonfatane yookiin aduu yookiin ji'a yookiin urjii yookiin dada ol-gubba'aa tokkolle'eef yoo sagadane,