Deuteronomy 17:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
duuba nama waan hamtu suniini d'ufe dira keesaa baasa, d'akhaani d'aana ijeesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
namoota waan hamaa hojjatan kanniin dhiira yookaan dubartii gara balbala keetii fiddee dhaga'aan dhooftee isaan ajjeefta.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
dhiira yookiin dubartii san qachaa keessaa gara karraa baasiitii, dhaka'aan tumiitii ijjeesi.