Deuteronomy 17:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri qara isa hime sunini ha qara d'akhaani d'aanuti. Duuba akanaani hameenna akasi suni ufi keesaa baatfani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isa ajjeesu'uuf dura namoonni isatti rage sunniin, maayessa garuu baniin maruu isa haa dhawuu; akkaataa kanaan waan badaa maraa uf keessaa balleessi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isa ijjeesiisaaf qara dhugaa baatoti, achiin duuba kolbaan marti dhaka'aan isa tumanuu ti. Akka kanaan waan badduu mara odduu teessanii hin balleessita.