Deuteronomy 17:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo hegeri dubbini gari jajabaatte jaarole dabsatte, dubbini aka hori irati woli mormanifa, yokhaani ta nafa woli madeesanifa, yokhaani danufi beekha woli ijeesanifa yo dubbini sunini dubbi akasi suni taate, fulla AABBO Waaqi fohate, ta isa iti kad'atani, d'aqa,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoo waan dhiigaatii fi waan dhiigaa, waan murti'ii waan mada'aa biyya kee keessatti namoonni irratti waan wol mormaniif murtiin ati murteessitee hin dandeenne yoo ati kaatee hulee Rabbi Waandhi kee filate dhaxxee,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dubbiin dhiiga dhangalaasiisaa, dubbiin marroo qabeenna namaa, dubbiin dhowanee nama miidhiisaa yookiin dubbii dhibii tana fakkaattu ta qachaa keeti keessatti kaatu irratti, muraa itti kenniisa yennaa dadhaddu, addee Mootiin Waan Maraa Waaqi keeti filatutti geessiitii,