Deuteronomy 18:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
falfaltu, nama ayyaana kad'atu, nama ekhera kad'atu tahu d'owa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
ka ziirii hojjatu, ka ekeraa dubbisu, ka barjii laalu, ka hafuura hamaa waamu si keessatti hin argamin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
nami xanoo xanu, nami ayyaana hamaa waammatu, nami moru, nami worra du'ane waammatu odduu teessan hin jiraatin.