Deuteronomy 18:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akanatiifi AABBO Waaqi keesani nama waan hamtu akana kana tolchu ch'ufa injibba; maro waan sunitifi gosa suni ch'ufa lafa isaani keesa isani duraa gussa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni waan akkanaa kana godhu maruu Rabbiin afo'otti jibbama'a; kanaafuu Rabbi waan battii isin afo'oo balleessa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami waan akkanaa godhu Mootii Waan Maraa duratti batticha; sababa hujii battii akkasiitiif, Mootiin Waan Maraa Waaqi keeti isaan oofee si duraa hin baasa.