Deuteronomy 18:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Musani waan jed'e, Lafa isani amma tana fud'attani iti qubachu geetani tana keesa worri duri achi tau worra waan yuubatifi nama daayyani wohimu gula yau, ammo AABBO Waaqi ya waan akana kana ch'ufa ira isani seere.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa Muuseen akkana jedhe, «Ormi ati dhaaltu kunniin worra moora laalanii fi worra mortuu caqasan; ati garuu akka waan kana hin goone Rabbi Waandhi kee si dhooggeera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri isin achi keessaa baasaartanu, worra xanoo xanuu fi worra moru caqasan; isin ammoo tana akka gootanu Mootiin Waan Maraa Waaqi keessan isiniif hin eeyyamu.