Deuteronomy 18:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Fulla suni, inni raaga aka kiyya kana isanuma keesaa isanii, baasa; isaa ch'aqasu maltani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Rabbi Waandhi keessan gosa keessan jiddu'uu raagaa akka kiyyaa filee isinii kaasaa waan inni isiniin jedhe maraa caqasu'uun worra ajajamtan ta'aa'a;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Waaqi keessan kolbaa teessan keessaa raagicha akka kiyyaa isiniif hin kaasa; isin isa caqasa'a.