Deuteronomy 18:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni maqa kiyyaani dubbata, aninileeni nama isa ch'aqasu didu dubbi iraa qaba.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni dubbii maqaa kiyyaan isatti himame hin dhageenne ani haluu baasaaf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nama jecha kiyya ka inni maqaa kiyyaan dubbatu caqasuu didu mara ani hin adaba.