Deuteronomy 18:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri d'aala d'ibi oboleyaani Isaani keesa inargatiini. D'aalti worra AABBO Waaqa, akuma inni kakhate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Obboleewwan ufii birattillee lafa hin qaban; akkuma Rabbi isaanitti hime gayeen lafa isaanii Rabbuma.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni akkuma waadaa isaaniif galetti Mootiin Waan Maraa dhaala isaanii ti; tanaaf isaan obboleeyyan ifii Israa'el keessatti lafa hin qabanu.