Deuteronomy 18:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo hojja raagi tokoleeni waan anini himi injed'ini, Waaqati jed'e jed'e, maqa kiyyaani hime, ha duuti; ammalle raagi maqa waaqa d'ibiini wohimuleeni ha duuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu namni waan ani isa hin ajanye maqaa kiyyaan uggaan dubbatu yookaan raanni maqaa waaqolee tolfamaa biraatiin dubbatu haa ajjeefamuu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Raagichi tokko adoo ani dubbatiisaaf isa hin ajajin, dubbii tokko maqaa kiyyaan ka dubbatu yookiin maqaa waaqota dhibi'iitiin ka dubbatu ijjeefamuu ti» jedhe.