Deuteronomy 18:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo isani garaa keesani keesa dubbi AABBO Waaqi injed'ini, Nu akamiini beenna jettani, aki isani beettanini kana:
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
« ‹Dubbiin raagaa ka raanni tokko dubbatu ka Waaqa irraa hin kennamne ta'uu maali'iin adda baafnee beenna?› jettanii gaafachuu dandeettan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin gadhaa keessan keessatti, «Jecha Mootiin Waan Maraa hin dubbatin san attamiin beekuu dandeenna?» yoo jettane,