Deuteronomy 18:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo raagi maqa AABBO Waaqatini dubbate, dubbini isaa d'ugaa intahini, dubbini sunini ta AABBO Waaqatiiniti raagi sunini matuma ufiitini dubbate, tanaafi isa insodaatina.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Raanni sun maqaa Rabbiitiin raaga dubbatee uduu hin raawwatamne yoo hafe raanni raagame sun ka Rabbiin irraa kennamee miti; raagaan dubbate sun ufuma irraa waan dubbateef isa hin sodaatin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Raagichi tokko maqaa Mootii Waan Maraatiin dubbatee, jechi sun muummowuu yookiin dhugaa te'uu yoo dhabe, jechi sun ka Mootiin Waan Maraa dubbatee moti; raagichi sodaa malee waan dubbateef isa hin sodaatina'a.