Deuteronomy 18:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi keesani gosa teesani ch'ufa keesa gosa Lawi fohate, aka haga jiru jireenna qaallu tahani isaa hojattani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti isin kana gootaniif akka inni ijoollee ufii maraa woliin ka'ee baraa haga bara baraa Rabbii hojjatuuf; Rabbi Waandhi kee gosa maraa keessaa waan isa filateef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Waaqi keeti gosa teeti keessaa Lewwi'ii fi ilmaan isaa haga bara baraa hayyumma'aan dhaabbatanee maqaa isaatiin akka tajaajilanu isaan filate.