Deuteronomy 18:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami gosa Lawi ka fed'u, ha dira Israeli ka taatefu keesaa bahe, fulla AABBO Waaqi fohateeti d'ufe,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Namni Leewwi'ii tokko biyya Israa'elii qachaa kamiin keessaayyuu ka'ee hulee Rabbi itti waaqeffamu dhufuu yoo barbaade,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami Lewwi'ii tokko, qachoota Israa'el keessa jiranu keessa addee le'uu bayee, fedhii guddo'oon, gara addee Mootiin Waan Maraa filatuu yoo dhufe,