Deuteronomy 18:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni sagale haga qaaloleeni taani fud'attu ha fud'atuti sagale worri isaa isaa ergu male.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
dhiyana gadoonni kuuwwanillee argatan innillee hin argata; waan maatii isaa irraa argamuunillee fayyadamuu hin danda'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waan dhaala abbaa ifii ka gurgurame keessaa dhaggatu biratti, innille nyaata worra kaan woliin wol qixxee qooda qaba.