Deuteronomy 19:10 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan kana tolcha, aka nami woma keesa injirre indoone, isanileeni lafa AABBO Waaqi isanii kennu keesati worra suni ijeeftani wollaala inarganne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Lafa Mootiin Waan Maraa Waaqi keeti sii kennu keessatti, dhiigi nama yakkaa hin qannee akka hin dhangalaane, dhiiga dhangalu'uufille akka itti hin gaafatanne tana godhi.