Deuteronomy 19:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
duuba jaaroleeni dira inni keesati d'alate suni ha nama ergite, isa qabani, harka fiit'a namicha inni ijeese suniti kennani; akanaani nami suni isa ijeese haalo baafatu. Nama akasi suni diqole
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
jaarsota gara qachaa sanii erganii qachaa inni itti dhokate san keessaa isa baasanii akka inni du'u nama fira namicha du'eetitti dabarsanii isa kennan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
jaarsoleen qachaa isaa nama itti erganee achii isa fichisiisanee, akka inni du'uuf dabarsanee fira dhiiga baafatutti isa kennanuu ti.