Deuteronomy 19:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
inahina nama nama ijeese kana Israeli keesaa balleesa, aka wonti ch'ufti isanii toltu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
uduu garaa isaa hin laafin waa maraanuu akka wonti mishaan isinii ta'u nama dhiigaa san Israa'eliin keessaa baasaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati ila mararti'iitiin isa hin ilaalin. Nageenni akka si'iif te'u Israa'el keessaa nama dhiigi nama yakkaa hin qannee dhangalaase ijjeesi.