Deuteronomy 19:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
lafa suni fulla saditi gargari baasa ka kamu dira ufi qabu. Duuba nami nama ijeesu dandae dira suni tokoti baqata, aka lubbu ufii baasu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Lafa Rabbi Waandhi kee sii kennu keessatti qachoota sadihii ufiif adda baafatta.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
lafa Mootiin Waan Maraa Waaqi keeti akka ati dhaaltuuf sii kennu keessaa qachoota sad adda baafadhu.