Deuteronomy 19:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba nami ch'ufti d'agaye sodaate deebie waan hamtu akana kana intolchu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoonni hafanillee kana dhagayanii sodaatan; wonti badaan akkanaa kun lamuu isin keessatti hin argamu;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri hafanelle waan kana dhage'anee hin sodaatan; itti deebi'anee waan hantuu akkasii odduu teessanitti hin godhanu.