Deuteronomy 19:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama akasi sunii inahina: ka lubbu ijeese, ijeesa, ka ila basse ila bassa, ka ilkaani buqise, ilkaani buqisa, ka harka kute, harka kuta, ka miila kute, miila kuta.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
garaa isaanii hin laafin; lubbuu lubbu'uun, waan ijaa ijaan, waan ilkaanii ilkaaniin, waan harkaa harkaan, wonti lukaa lukumaan deebi'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati ila mararti'iitiin hin ilaalin. Lubbuun lubbu'uun, ilti ilaan, ilkaan ilkaaniin, harki harkaan, miilli miilaan haluun baafantuu ti.