Deuteronomy 19:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo nami nama nyaapa isaa intahini, danu ijeese, inni dandae dira kana tokoti baqate lubbu ufii baasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Seerri nama nama ajjeesee kana; uduu gadoo isaan hin ta'in tasa dunnuu goshoo ufii yoo ajjeese gara qachoota sanniinii dheessee haa jiraatuu;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami tokko duraan diinummaa isaa adoo hin qabaatin, adoo hin beekin, nama tokko yoo ijjeese, qachoota kana keessaa gara tokkootitti baqatee lubbuu ifii hamburatuu ti.