Deuteronomy 19:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
dira kana saadeeniti dira d'ibi saadi dara. (Yo isani waan anini arra isaniini jed'e ch'ufa guutani AABBO Waaqa keesani jaalattani kara isaa gula yaatani inni lafa tana isanii kenna.)
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbii Waaqa kee jaalattu, akka karaa inni siin jedhe deemtu, jecha ani adha si ajaje kana maraa eeddee yoo raawwatte, lafa Rabbi Waandhi kee sii kennee dhaaltu keessatti dhiinni qulqulluun jigee ati nama guma'aa akka hin taane qachoota sadihii kanniin irratti qachoota biraa sadihi edaata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
ati ajaja inni adha si ajaju mara yoo eegatte, Mootii Waan Maraa Waaqa keeti yoo jaalatte, guyyaa mara karaa isaa gula yoo deente, qachoota dur adda baafatte sanitti qachoota dhibii sad itti dabalattee adda hin baafatta.