Deuteronomy 2:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nu kaane lafa aloo keesa qajeele galaana Diimati iti d'aabanne, akuma AABBO Waaqi nuuni jed'e, haga guyya heddu nu lafa gaareeni ta Edomu keesa godaanne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Akkuma Rabbi naan jedhe deebinee karaa galaana diima'aatiin lafa gammoojji'ii keessa gaara Seeyirii guyyaa baay'ee naannofne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba nuuti garagallee, akkuma Mootiin Waan Maraa na ajajetti, goomolee keessa karaa abbaayaa diintuu geessuun dhandhee, adaala biyya koobittii Se'iirii guyyaa hedduu joonjine.