Deuteronomy 2:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Emi suni ka duri achi tau worra jajaba, gugurda d'ed'eera aka worra gosa Anaki.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin gosa Eemiimii jajjabaan hedduu qachaa Eerii keessa jiraata'aa turan; isaan akka ijoollee Eenaaqii dhedheeraa turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri Emiimii dur qachaa Aarii keessa le'aniiyyu; isaan kolbaa jajjadduu bindillaa, akka worra Aanaaqotaa hojjaa dhedheeratanu.