Deuteronomy 2:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akuma worra Anaki suni worraleeni Refemu jed'ani; ammo worri Moabu worrani Emi jed'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan akka ijoollee Eenaaqii worra Raafaayii jedhamanii waamaman; worri Moo'aabii garuu isaaniin worra gosa Eemiimii isaaniin jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan akkuma worra Aanaaqotaa, «Refaa'ota» jedhamanee waamaman; Mo'aaboti ammoo, «Emiimota» isaaniin jedhan.