Deuteronomy 2:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Hori duri lafa Edomu keesa taa ammo eege d'alooti Esau worra achi achi keesaa gusse balleese, ufi achi qubate, akuma worri Israeli nyaapa worra lafa AABBO Waaqi kenneefi keesaa gusse.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Duraan worri Hoorii Seeyiriin jiraata'aa turan garuu ijoolleen Eesawu'uu isaan ariite; akkuma worri Israa'elii lafa Rabbi isaanii kenne irratti godhan afoo ufiitii isaan balleessanii lafa isaanii irra jiraatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri Hoorii dur biyya Se'iirii keessa le'aniiyyu; sanyiin Esaawuu ammoo achi keessaa ariitee isaan baache. Akkuma Israa'el lafa Mootiin Waan Maraa isi'ii kenne keessatti goote, sanyiin Esaawuu worra Hoorii ifi duraa ariitee addee isaaniititti qubatte.