Deuteronomy 2:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafi kunini ganna sodomi saddeeteesoti, haga nu Kadesh-Barnea baane, akuma AABBO Waaqi jed'e kaani, nami duula d'aqu dandau ka d'aloota suni ch'ufti hobae.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti kunillee ka raawwatame Barnee Qaadeesii dhiifnee haga deemne woggaa soddomii saddeetiin maayessa akkuma Rabbi waada'aan waan isaanii dubbate dhiirti isaanii ka lolaaf yaa'e maruu achitti dhume.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nuuti Qaadesh-Barne'aa kaanee laga Zerediitiin gamatti haga buunutti, woggaa soddomii saddeetitti dabare. Yennaa san keessa akkuma Mootiin Waan Maraa marroo isaaniitiif kakate, loltooti dhaloota sanii marti addee quttumaa keessaa dhumatane.